New Jobs By Oromia Broadcasting Network (OBN)

Oromia Broadcasting Network (OBN), producing news, documentary and programs in Afaan Oromoo language to reach our audiences in all over the world.

Beeksisa Qaxarrii

OBN gita/gitoota hojii banaa gabatee armaan gadii keessatti ibsame irratti dorgomtoota dorgomsiisee Firiilaansiin qacaruu barbaada. Kanaaf, dorgomtootni ulaagaalee gabatee armaan gadii keessatti ibsame guuttan ragaa keessan karaa Email:- Email:- obnjobrecruitment2015@gmail.com irratti erguun galman’nu kan danderssan ta’uu beeksisna.


Hubachiisa

Guyyaan galmee: 24/6/2015 hanga 30/6/2015tti ragaa keessan erguun galmaa’uu kan dandeessan ta’uu

Dorgomtootni Bamnoota Ogummaafi Tecknikaa Ragaa Bu’aa Qormaata Biyyaalessaali Ragaa Mirkaneessa Gahumsa (COC) dhiyeessuu qabu

Wabii dhiyyeeffachuu kan danda’u

Mindaan Iskeelii Qaxarrii Firiilaansii OBN’n

Qajeelfamaa hojii OBN kabajee kan hojjetu

Dorgomtootni hundi Afaan Oromoo:Dhaga’uu.Dubbachuu,Dubbisuufi Barreessuu kan dandaa an ta’uu qabu

OBN Beeksisicha haquuf mirga guutuu qaba.



Zambil App: Where Online Jobs and Local Buying & Selling Meet in Ethiopia

Work from Home with Ease: Embrace the perfect work-life balance through Zambil’s user-friendly interface. No matter if you’re a skilled professional, a fresh graduate, or seeking part-time gigs, Zambil offers a plethora of job listings across various industries tailored to your expertise and interests.

Discover the Power of Zambil App:

  1. Browse Job Opportunities: Say goodbye to endless job hunting! Zambil curates a diverse range of job openings, regularly updated to ensure you never miss the perfect job match.
  2. Embrace Endless Possibilities: Download the Zambil App now and unlock a world of opportunities. Whether you’re after your dream job or profitable deals in Ethiopia, Zambil is your ultimate solution.
  3. Don’t wait any longer – seize the chance to transform your future with Zambil!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *